Zimbabuwe
Daandiin Qilleensaa Ityoopgphiyaa Zibaabuwee magaalaa Bulaawwaayyootti balallii eegale
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa magaalaa guddittii 2ffaa Zibaabuwee kan taate Bulaawwaayyootti balallii eegaluu beeksiise.
Daandiin qilleensichaa magaalaa Hararee fi Viiktooriyaa Foolsiin dabalataan magaalaa Bulaawwaayyootti balallii eegaluun hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti kan cimsu ta'uu eerameera.
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Bulaawwaayyoo dabalatee iddoolee ga'umsaa isaa 63 ol guddisuu ibsameera.





