Ilu Ababor, Oromia,Ethiopia
Ilu Ababor, Oromia,Ethiopia
Fincaa'aan Soor godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bachooti kan argamu yoommu ta'u, qilee meetira 20 irraa humna cimaadhaan kan gadi darbatamuudha. Miidhaginni isaa waan harki namaa itti dhimmamee tolche kan fakkaatu yoo ta'u, iddoo hawwata turistii cimaa naannichaati.


