24/7 Support number +251933333338 +251944444447

World Tourism Day – Jimma

Onkoloolessa 24,2015- Guyyaan Tuuriizimii Addunyaa Godina Jimma magaala Jimmaa Masaraa motii Abba jifaar kessattii kabajamaa jiraa yeroo amma.

Iddoowwan hawwata tuuriizimii godinicha keessatti argaman misoomanii hawaasaa naannoofi biyyaaf bu’aa buusuu akka danda’aniif ni hojjetama jedhan.

Kaayyoon ayyaanichaas iddoowwan hawwata tuuriizimii godinicha keessa jiran misoomsuun galii damee kanarraa argamu guddisuufi hawaasa naannoo fayyadamoo taasisuuf ta’uu, Itti gaafatamtuun Waajjira Aadaa fi Tuuriizimii Magaala jimmaa obbo Esmael suleyman himaniruu.
Dhaabbatnii dawwaachisaa fi Imaala Abba jifar sponsara fi hojii innii Industirii Turizimii kessattii hojjeetaruuf bekaamtiin kennameraaf bekamtii kana kan nuuf kennaan itti kantibaa magaalaa Jimmaa yoo ta’aan karaa bakka bu’aa isanii itti gaafataamaa siyasaa magaalaa jimmaa obbo Jifaar Bedirutiin nuuf kennameraa.

Hawaasni ayyaana guyyaa tuuriizimii kanarratti argamanis, naannoo isaaniitti hawwanni tuuriizimii yoo misoome kan isaan gammachiisu ta’uu himaniiru.

Godina Jimmaa Masaraa motii Abbaa Jifaar kessattii Guyyaan Ayyaana Turiziimii Addunyaa mata duree “Yaadama Haaraa Guddina Turizimiitiif” jedhuun kabajamee jira.
Ayyanichaaf basii waligalaa kan sponsara ta’ee dhabbataa Abajifar Tour and Travel Agents.beekamtii fi baadhasnii gephaa nuuf kennameraa galaatomaa jennerraan warraa beekamtiis baadhasaas nuuf qophessitaneef.
Ayyaanichi akka biyya keenyaatti yeroo 43ffaaf, akka naannoo keenyaatti yeroo 35ffaafi akka Godina Jimmattii yeroo 5ffaaf kan kabajamee jira.

Leave a Reply

Note: Comments on the web site reflect the views of their authors, and not necessarily the views of the bookyourtravel internet portal. You are requested to refrain from insults, swearing and vulgar expression. We reserve the right to delete any comment without notice or explanations.

Your email address will not be published. Required fields are signed with *