24/7 Support number +251933333338 +251944444447
Oduu Gammachiisaa!   ……………… //………………..Dhaabbanni kessan “Abajifar General Trading PLC” jedhamu ergaa hundeffamee bubbulee jira.Hoteela Senteraala Jimmaa keessatti damee isaa saadaffaa banatee ergaa hojii jalqaabe bubbulee jira.* kottaa Tikkeettii Xiyyaaraa kutadhaa* konkolaataa Ammayyaawaa ta’aan Moodela Haaraa kottaa isiniif kireessiinaa.* Oromiyaa fi Biyya keenya hanga biyya alaa nu woliin daawwadhaa.      0930305444      0944444447      0944444448Nuu dawwalaa bakka isiin jirtanuttii tikkeettii isiniif ergina.{25% Discount […]
Specialist coffee at Jimma.Jimma the origin of Arabica coffee.
Adal Kids Hiking and Adal women hiking hiking is doing great in creating opportunity of tour for all. Focusing on customers wants and designing services that satisfy wants is excellent marketing approach that the world needs today.
Fridays of every week are considered Jumma – a holy day for all Muslims worldwide. The Muslim community spends this day by performing diligent prayers, making generous donations.I have nice juma’a
Onkoloolessa 24,2015- Guyyaan Tuuriizimii Addunyaa Godina Jimma magaala Jimmaa Masaraa motii Abba jifaar kessattii kabajamaa jiraa yeroo amma. Iddoowwan hawwata tuuriizimii godinicha keessatti argaman misoomanii hawaasaa naannoofi biyyaaf bu’aa buusuu akka danda’aniif ni hojjetama jedhan. Kaayyoon ayyaanichaas iddoowwan hawwata tuuriizimii godinicha keessa jiran misoomsuun galii damee kanarraa argamu guddisuufi hawaasa naannoo fayyadamoo taasisuuf ta’uu, Itti […]
A leader must be accompanied by creativity and skill who can see what is invisible to the masses, imagine what the masses do not imagine. But will there be a leader who fulfills all? If you tell me, yes, he is Dr. Abiy Ahmed. A year ago, when they announced about Entoto Park, unity park […]
I had our trip to Jimma, Kaffa, Bonga filled with fun times gorgeous landscape.We have visited the vast Wush Wush Tea Farm in Bonga which covers more than 1249 square meters and we had the best time of the trip therethat we got to see the amazing Kaffa and it surrounding, rich with natural wonders […]